Jaarsolii Abbaa Arrii Sadan

Aadaa fi Duudhaan Oromoo namoota kabaju, namoota akka "abbaa hawaasaatti" ilaalu, namoota irraa baratu fi ittiin gorfamee bulu, namoota ittiin gaggeeffamu qaba. Namootni sun JAARSA BIYYAA jedhamu. Jaarsa Abbaa Arrii! Jaarsoliin Abbaa Arrii dandeettii fi beekumsa, umrii fi muuxannoo, hubannaa fi qajeelummaa irratti hundaa'anii kan filataman yoo ta'u gosa sadii qabu. 1. Jaarsa Mataa Arrii … Continue reading Jaarsolii Abbaa Arrii Sadan

Advertisements