Qabsoo Oromoo fi Siyaasa Oromiyaa

Mangistuu Asaffaa Daadhii tiin Dhalli namaa jiruu hawaasummaa erga eegalee jalqabee qindaa'inaan qabsoo jireenyaa geggeessuun ni ture. Qabsoon bifa adda addaa qaba. Jiruudhaan itti fufuuf diina ficcisuun amaluma uumaati (survival instinct). Jiruun hawaasaa ammoo fedhii fi qabeenya walitti nama buusaniin (bones of contention) kan guutameedha. Isaanis, qabeenya fi aangoo siyaasaa dabalatee waan baayyee dha. Qabsoon … Continue reading Qabsoo Oromoo fi Siyaasa Oromiyaa

Advertisements